1 Corinthians 9:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani nama bilisa malee, nama tokkolle'eef garbaa moti; ammoo haga dande'ame worra hedduu fayyisiisaaf garba ifi godheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini balcha, tisse nama tokoletiiniti; ammo anini tisse nama ch'ufa ufi tolcha, aka nama heddu argad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin balchaa, tissee nama tokkoolleenit; anin ammoo akka nama hedduu argadhu tissee namaa cufaa ufi tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani nama maraa irra ka wolaba baye yoo ta'u, heddu fayyadu'uuf maraayyuu akka garbichaa ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani nama maraa irra ka wolaba baye yoo ta'u, heddu fayyadu'uuf maraayyuu akka garbichaa ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani garbicha eennuu'llee uduu hin ta'in nama bilisa ta'e, haa ta'u malee haga naaf danda'ameen baayi'eewwan isaanii fayyisu'uun fayyadu'uuf jedhee, garbicha maraa ta'ee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani nama bilisa malee, nama tokkolle'eef garbaa moti; ammoo haga dande'ame worra hedduu fayyisiisaaf garba ifi godheera.