1 Corinthians 9:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Seera Waaqaa ka qabuu fi Seera Kiristoosiitiin jala jiraadhulle, worra Yihudoota hin te'in ka seera hin qanne fayyisiisaaf akka nama seera hin qannee te'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasuma yo gosa d'ibi woliini jirru anini aka gosa d'ibi ufi tolcha, Seera Yahudi jala injiru, aka gosa d'ibi hirkisu. Anini seera Waaqa guutu indidu ammo seera Kristo jala jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gosa seera hinqamne biraatti, warra dabsachuuf akka nama seera hinqamnee ufii tolcha; anin seera Waaqaa guutuu hindiduu ammoo seera Kiristoo jala jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra seera hin qabne fayyadu'uuf, seera Rabbiitiin uduu hin jiraanne, haa ta'uu ammo seera Kiristoosii jala uduu jiru, worra seera hin qabneef akka waan seera hin qabnee ta'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra seera hin qabne fayyadu'uuf, seera Rabbiitiin uduu hin jiraanne, haata'uu ammoo seera Kiristoosii jala uduu jiru, worra seera hin qabneef akka waan seera hin qabnee ta'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani Seera Waaqaa ka qabuu fi Seera Kristositii jala yoma ta'e'llee, Ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne ka seera hin qabnne fayyisu'uuf jecha, akka nama seera hin qabnnee ni ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Seera Waaqaa ka qabuu fi Seera Kiristoosiitiin jala jiraadhulle, worra Yihudoota hin te'in ka seera hin qanne fayyisiisaaf akka nama seera hin qannee te'e.