1 Corinthians 9:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf ani akka nama yaada hin qannee toluma hin rukkisu; ani akka nama qilleensa tuntummu'uun dhowuu nama toluma aggatuu moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi anini fulla hobaatiiti utaala; anini aka nama wold'aanu ka tontomo woli ira ingorsine jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif anin fulaa hobbaatiitti utaala; anin akka nama waldhaanuu ka tantoommoo wali irraa hingorsinee jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf ani akka worra kaayyoo malee fiiguutitti hin fiigu; akka nama qilleensa qabuu maraafuu akkanumaan hin dadhabu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf ani akka worra kaayyoo malee fiiguutitti hin fiigu, akka nama qilleensa qabuu, maraafuu akkanumaan hin dadhabu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani garuu akka nama bakka gayu hin qabnnee tasatti hin fiigu, akka nama tontoommu'uun bubbee dhayuu titti, tasatti nama aggaamuu miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani akka nama yaada hin qannee toluma hin rukkisu; ani akka nama qilleensa tuntummu'uun dhowuu nama toluma aggatuu moti.