1 Corinthians 9:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra dhibi'iif Oduu Gammadaa lallabeen duuba, ani ifiif akka doggomi'iin ala hin teene, nafa kiyya adabaa akka anaaf ajajamu godha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nafa kiyya tume mohad'a, aka eegi anini dubbi Waaqa biyyati odeese na indinne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin akka yo anin dubbii Waaqaa biyyaatti hime na hindinnee, nafa kiyya tumeetti moohadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo kaawwanitti haga himeen maayii ufii nama gatame akka hin taane foon kiyya adaba'aa akka ajajamu godha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo kaawwanitti haga himeen maayii ufii nama gattame akka hin taane foon kiyya adaba'aa akka ajajamu godha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf kaanniin gara wol dorgommi'ii eega waameen duubatti, ani mataan kiyyaa wol dorgommi'iin ala ta'ee akka hin argaminneef, qaama kiyya toowata'aa akka naaf ajajamu ni taasisaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra dhibi'iif Oduu Gammadaa lallabeen duuba, ani ifiif akka doggommi'iin ala hin teene, nafa kiyya adabaa akka naaf ajajamu godha.