1 Corinthians 9:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra ana busheeshuuf ani deebii qaba:
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami nati game, kara kanaani ufira d'owa:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo namii natti game, karaa kanaan ufirraa dhowwa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra «Mirga ergamumma'aa hin qabdu» jedhanii na qoraniifillee deebiin kiyya kana;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nyaachu'uu fi dhuguu mirga hin qabnuu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Mirga ergatamumma'aa hin qabddu» jedhanii, worri ana bagifatan yoo jiraatan, deebiin ani kennu kana,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra na busheeshuuf ani deebii qaba: