1 Corinthians 9:4 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
waan nyaannuu fi waan unnu dhaggatiisaaf mirga hin qannuu ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan nyaad'e d'ugu huji tiyya keesa, yo fed'e, inargad'u?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin yo fedhe waan nyaadhee dhugu hujii tiyya keessaa, hin argadhuu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nyaachu'uu fi dhuguu mirga hin qabnuu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u mirga nyaataa fi waan dhugaati'ii argachu'uu hin qabnnu moo ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
waan nyaannuu fi waan unnu dhaggatiisaaf mirga hin qannuu ree?