1 Corinthians 9:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yookiin anaa fi Barnaabaas calla'aattuu waan le'ii teennaatiif hujatuu qannaa?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anaafi Barnaba ch'allati hojate sagale teenna barbaadachu malle?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Naa fi Baarnaabaas callaatti hojjatee sagalee teenna barbaadachuu malee?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Moo namni waa argachu'uuf xaaru anumaa fi Barnaabaasiin calla'a?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Moo namni waa argachu'uuf xaaru anumaa fi Barnaabaasiin calla'aa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yookiin huji'iin dadhaba'aa jiraachuu ka nu barbaachisu, Baarnaabaasii fi ana qofaa moo ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yookiin anaa fi Baarnaabaas calla'attuu waan le'ii teennaatiif hujatuu qannaa?