1 Corinthians 9:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani akka yaada namaa callaa kana jedhaaraa? Seerri Muuse'eetuu akkana hin jedhuu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fakeenni kunini waan guyya ch'ufa, ammo Seerileeni akanuma jed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan seerii jedhu dubbadhe malee herrega namaa gulan hindubbanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana baallii namaa calla'aan jedhaa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana baallii namaa calla'aan jedhaa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana ka dubbadhu yaaduma namaa qofaan moo ree? Seerri'llee akkana ni jedhaa mitii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka yaada namaa callaa kana jedhaaraa? Seerri Muuse'eetuu akkana hin jedhuu?