1 John 1:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Marroo jecha jiru'uu ka jalqabaa jalqabee jiruu, ka gurra keennaan dhageenne, ka ila teennaan dhaggine, ka ilaallee fi ka harka keennaan qaqqannee isiniif barreessina.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu waan Dubbi jireenna ta haguma duriiti jirtu t'aamna: nu ya gurra keennaani d'ageenne, ila teennaani agarre dawanne, harka keennaani tunne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu waan dubbii jireennaa ta qaraa fiixe jirtu barreessina: nu ya gurra keennaan dhageennee, ila teennaan agarree dawannee, harka keennaan qabanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan dubbii jireennaa ka dura ture ka gurra keennaan dhageenne, ka ija keennaan arginee guuttannee laalle, ka harka keennaanillee qaqqabne isinitti odeessina.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan dubbii jireennaa ka dura ture ka gurra keennaan dhageenne, ka ija keennaanillee arginee guuttannee laalle ka harka keennaanillee qaqqabne isinitti oddeessina.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jalqabumaayyuu ka ture waayee dubbii jireennaa isiniif ni barreessina, kun dubbii jireenna ka dhageennee fi ija teennaan ka argineen, ka laalee fi harka keennaan'llee ka qaqabnneen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo jecha jiru'uu ka jalqabaa jalqabee jiruu, ka gurra keennaan dhageenne, ka ila teennaan dhaggine, ka ilaallee fi ka harka keennaan qaqqannee isiniif barreessina.