1 John 1:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isinille nu woliin tokkummaa akka qabaattanuuf, waan dhagginee fi waan dhageenne isinitti hinna; tokkummaan teennalle Abba'aa fi Ilma isaa Yesuus Kiristoos woliin.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu waan argine d'ageenne isanileti himna, aka isanileeni wold'aqisa nu Abbaafi Ilma isaa Yeso Kristo iraa qamnu argattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu waan arginee dhageenne isaniilleetti himna, akka isaniilleen waldhaqiisa nu Aabbaa fi Ilma isaa Yesus Kiristoo irraa qamnu argattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee nu woliin tokkummaa akka qabaattaniif ka arginee fi ka dhageenne isinitti himna; tokkummaan keenna Aabba'aa fi Ilma isaa Yesuus Kirstoosiin woliin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isinillee nu woliin tokkummaa akka qabaattaniif ka argineef ka dhageenne isinitti himna, tokkummaan keenna Abba'aa fi Ilma isaa Yesuus Kirstoosiin woliin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'uun woliin tokkummaa akka qabaattaniif ka arginee fi ka dhageenne'llee isinitti'llee ni himnna. Tokkummaan keenna'llee Waaqa Abba'aa fi Ilma isaa Yesus Kristosiin woliin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isinille nu woliin tokkummaa akka qabaattanuuf, waan dhagginee fi waan dhageenne isinitti hinna; tokkummaan teennalle Abba'aa fi Ilma isaa Yesuus Kiristoos woliin.