1 John 1:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo akkuma inni ifa keessa jiru, nuutille ifa keessa yoo deddeebine woli woliif tokkummaa qanna; dhiigi Ilma isaa ka Yesuusii, cubbuu teenna mara irraa nu qulleessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo akuma inni ifse keesa jiru nuleeni ifise keesa jiraanne wold'aqisa qamna; ammalle d'iigi Yeso, Ilma Waaqa daba keenna ch'ufa nura d'iqe qulqulleesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo yo akkuma innii ifa keessa jiru nulleen ibsee keessa jiraannee nu'uun cufti waldhaqisa qamna; ammallee dhiigii Yesus Ilma Waaqaa cubbuu teenna cufa nurraa dhiqee qulqulleessa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo akkuma inni ifa keessa jiru, nullee ifa keessa yoo jiraanne, nu martinuu isa woliin tokkummaa qabna. Dhiinni Ilma isaa Yesuus Kiristoosii cubbuu keenna maraa irraa nu qulqulleessa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo akkuma inni ifa keessa jiru, nullee ifa keessa yoo jiraanne, nu martinuu isa woliin tokkummaa qabna. Dhiinni Ilma isaa Yesuus Kiristoosii cubbuu keenna maraa irraa nu qulqullessa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu inni ifa keessa akka jiru nu'llee ifa keessa uduu jiraannee, ufii keenna tokkummaa ni qabaanna. Deebi'ee'llee dhiiginni Ilma isaa Yesus Kristosii, cubbuu mara irraayyuu nu ni qulqulleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo akkuma inni ifa keessa jiru, nuutille ifa keessa yoo deddeebine woli woliif tokkummaa qanna; dhiigi Ilma isaa ka Yesuusii, cubbuu teenna mara irraa nu qulleessa.