1 John 2:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ijoolle, akka isin cubbuu hin hunyeef tana isiniif barreessa; eennulle cubbuu yoo huje ammoo, wobii Abbaa biraa qanna; innille Yesuus Kiristoosii balchicha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ijoolle tiyya, anini waan kana isanii t'aafa, aka isani daba intolchine; ammo yo nami daba tolche, nu Yeso Kristo ka d'uga qamna, ka Abba nu kad'atu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ijoollee tiyya, akka isan cubbuu hintolchinee anin waan kana isanii barreessa, ammoo yo namii cubbuu tolche, nu Yesus Kiristoo qulqullicha ka Abbaa duratti nuu dubbattu qamna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee tiyya! wonti kana isinii barreessuuf akka cubbuu hin hojjanneef; eennullee yoo cubbuu huje, Aabbaan biraa wobii qabna. Innillee Yesuus Kiristoosii qajeela'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijoollee tiyya, wonti kana isinii barreessuuf akka cubbuu hin hojjanneef, eennullee yoo cubbuu huje, Aabbaan biraa wobii qabna. Innillee Yesuus Kiristoosii qajeela'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa ilma kiyya! Kana ka isiniif barreessu, cubbuu akka hin hojjanneef jedheeti. Garuu naminni kamiyyuu cubbuu yoo hojjate, Waaqa Abbaa biratti abukaatoo ni qabnna, Inni'llee Yesus Kristosii qulqullaawomicha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoollee, akka isin cubbuu hin hunyeef tana isiniif barreessa; eennulle cubbuu yoo huje ammoo, wobii Abbaa biraa qanna; innille Yesuus Kiristoosii balchicha.