1 John 2:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami obboleessa ifii jaallatu ifa keessa le'a; wonni nama gufachiisulle isa keessa hin jiru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami oboleesa ufi jaalatu ifsa keesa taa, wonti isa gufachiisa tokoleeni injirtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii obboleessa ufii jaalatu ibsee keessa taa'a, wantii isa gufachiisaa tokkolleen hinjirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka obboleessa ufii jaalatu ifa keessa jira; waan isa gufachiisullee hin qabu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleessa isaa ka jaalatu, ifa keessa jira, waan isa gufachiisullee hin qabu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Obboleessa isaa ka jaalatu marrinuu ifa keessa ni jiraata, karaa isaatiin'llee nama wonitti gufachiisu hin jiraatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami obboleessa ifii jaalatu ifa keessa le'a; wonni nama gufachiisulle isa keessa hin jiru.