1 John 2:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ijoolle! Cubbuu teessaniif maqaa Kiristoosiitiin araarri waan kennameef isiniif barreessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini isanii t'aafa, ijoolle tiyya, waan daba keesani maro Kristotiifi isanii araaramaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ijoolle! Waan cubbuu teessan marroo Kiristootiif isanii araaramaniif anin isanii barreessa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee! waan cubbuun maqaa isaatiin isiniif dhiifameef isinii barreessa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijoollee, waan cubbuun maqaa isaatiin isiniif dhiifame isinii barreessa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa ijoolle tiyya, cubbuun keessan maqaa Yesusiitiin waan isinii dhiifameef isinii ni barreessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolle! Cubbuu teessaniif maqaa Kiristoosiitiin araarri waan kennameef isiniif barreessa.