1 John 2:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Abbooti'i! Ka jalqabaa jalqabee jiru waan beettaneertanuuf isiniif barreessa. Dargaggoota! Hamaalessa waan injifattaneef isiniif barreessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini isanii t'aafa, abbooti, waan isani nama haga duriiti jiru beetaniifi. Anini isanii t'aafa, kaima, waan isani woni hama suni dabsattaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aabbootii waan isan ka qaraa fiixe jiru beettaniif anin isanii barreessa. Isanii warraa kahimaa! Waan isan hamaa sun dabsattaniifii anin isanii barreessa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbootii tiyya! waan ka dura jiru beettaniif isinii barreessa. Ka'imman! waan hamaa waan mooyattaniif isinii barreessa. Ijoollee! waan Aabbaan beettaniirtaniif isinii barreessa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbootii tiyya, waan ka dura jiru beettaniif isinii barreessa. Ka'imman, waan hamaa waan mooyattaniif isinii barreessa. Ijoollee, waan Aabbaan beettaniirtaniif isinii barreessa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa abbootii, jalqabumaayyuu ka ture waan beekittaniiniif, isinii ni barreessa. Yaa dargaggoota, sheexana waan injiffattaniif isinii ni barreessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbooti'i! Ka jalqabaa jalqabee jiru waan beettaneertanuuf isiniif barreessa. Dargaggoota! Hamaalessa waan injifattaneef isiniif barreessa.