1 John 2:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Biyya lafaa yookiin waan biyya lafaa hin jaallatina'a; nama biyya lafaa jaallatu, jaalalti Waaqa Abba'aa isa keessa hin jirtu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafafi waan keesa jira tokole injaalatiina. Yo nami lafa jaalate, jaalalti Abba isa keesa injirtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Lafaa fi waan isii keessa jiraa tokkoollee hinjaalatinaa! Namii yo lafa jaalate, jaalaltii Aabbaa isa keessa hinjirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Adunyaa yookaan waan adunyaa keessa jiru hin jaalatinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Adunyaa yookiin waan adunyaa keessa jiru hin jaalatinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Biyya lafaa yookiin waan biyya lafaa maraa hin jaalatnaa. Biyya lafaa ka jaalatu Waaqa Abbaa hin jaalatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya lafaa yookiin waan biyya lafaa hin jaalatina'a; nama biyya lafaa jaalatu, jaalaltiin Waaqa Abba'aa isa keessa hin jirtu.