1 John 2:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ijoolle! Sa'aatiin tun ta muumme'ee ti. Ka Kiristoos mormu akka dhufu kanaan duraa dhageettaneertan; ammumaayyuu worri Kiristoos mormu hedduun dhufeera. Maarre akka sa'aatiin muumme'ee geette nuuti tanaan beenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ijoolle tiyya, muummeeni ya d'iaatte! Aka nyaapi Kristo d'ufu ya isaniti himani; nyaapi Kristo hedduuni amma yayu mullate, tanaafi aka muummeeni d'iaate imbeenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ijoollee tiyya, muummeen ya dhi'aatte! Akka nyaaphii Kiristoo dhufu ya isanitti himan; nyaaphii Kiristoo hedduun amma yaayyuu mullatee, tanaaf akka muummeen dhi'aatte inbeenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee! sa'aatiin tun ta dhumaati; Ka waan Kiristoosii mormu akka dhufu dhageettaniirtan. Ammumaa worri waan Kiristoosii mormu hedduu dhufeera. Kanaaf akka sa'aatii dhumaa ta'e hin beenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijoollee, sa'aatiin tun ta dhumaati, Ka waan Kiristoosii mormu akka dhufu dhageettaniirtan. Ammumaa worri waan Kiristoosii mormu hedduu dhufeera. Kanaaf akka sa'aatii dhumaa ta'e hin beenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa ijoolle! Kun yeroo muumme'eet, «Mormmataan Kristosii ni dhufa» yoo jedhamu dhageettanii jirttan, kunoo ammumaayyuu mormmatoonni Kristosii baayi'een ka'anii jiran, waayee kanaan yeroo muumme'ee ta'uu isaa ni beekinna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolle! Saatiin tun ta muumme'ee ti. Ka Kiristoos mormu akka dhufu kanaan duraa dhageettaneertan; ammumaayyuu worri Kiristoos mormu hedduun dhufeera. Maarre akka saatiin muumme'ee geette nuuti tanaan beenna.