1 John 2:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin ammoo Kiristoos Ayyaana Woyyichaan muudeera; waan maraa isin martinuu hin beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbu Qulqullooni ya isani muudani, tanaafi isaniini ch'ufti d'uga beetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hafuura Qulqulloon ya isan muudani, tanaaf isaniin cuftii dhugaa beettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ammo waan Ayyaana Woyyuu argattaniirtaniif waa maraa beettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ammoo Ayyaana Woyyuu waan argattaniirtaniif waa maraa beettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin garuu Krirstos Hafuura Qulqullu'uun isaan dibee jira. Kanaaf marri keessanuu waan maraa ni beekittan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo Kiristoos Ayyaana Woyyichaan muudeera; waan maraa isin martinuu hin beettan.