1 John 2:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin dhugaa beekuu dhaddaneef adoo hin te'in, dhuga'aa fi dhugaa keessaa dharti akka hin baane waan beettanuuf isiniif barreessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan kana maro isani d'uga imbeenneefi isanii int'aamne; ammo maro isani d'uga beetaniifi isanii t'aafe, ammalle isani imbeetani, aka d'arti tokoleeni d'uga keesaa imbaane.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan kana marroo isan dhugaa hinbeenneef isanii hinbarreessinee; ammoo marroo isan dhugaa beettaniif isanii barreesse, ammallee, akka dhartii tokkoolleen dhugaa keessaa hinbaane isan inbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin waan dhugaa beettaniif sobni maruu dhugaa akka hin taane waan beettaniif akka waan dhugaa hin beenneetitti isinii hin barreessu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin waan dhugaa beettaniif sobni maruu dhugaa akka hin taane waan beettaniif akka waan dhugaa hin beenneetitti isinii hin barreessu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isiniif ka barreessu dhugaa waan hin beekinneefii miti, isin ammoo dhugaa ni beekittan, dhugaa keessa'llee sobinni akka hin argaminne, ni beekittan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin dhugaa beekuu dhaddaneef adoo hin te'in, dhuga'aa fi dhugaa keessaa dharti akka hin baane waan beettanuuf isiniif barreessa.