1 John 2:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami Ilma mormatu Abbaa hin fudhatu; nami Ilma dhugeessu Abbaalle hin dhugeessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Ilma didu Abbale ya dide, ka Ilma fud'atu ya Abbale fud'ate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii Ilma didu Abbaallee ya dide, ka Ilma fudhatu Abbaallee ya fudhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka ilma Rabbii ganu maruu Aabbaan hin qabu. Ka ilma Rabbii hedatu Aabbaallee hin qaba.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka ilma Rabbii ganu maruu Aabbaan hin qabu. Ka ilma Rabbii heddatu Aabbaallee hin qaba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilma ka waakkatu Waaqa Abba'aa hin fudhatu, Ilmatti ka amanu Waaqa Abba'atti ni amana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Ilma mormatu Abbaa hin fudhatu; nami Ilma dhugeessu Abbaalle hin dhugeessa.