1 John 2:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Marroo worra isin dokonkorsuutiif, ani tana isiniif barreessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan worra isani sobu fed'u t'aafa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan kaan marroo warra isan sobuu fedhuutif barreesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan worra isin dogoggorsaniitiif kana isinii barreesseera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan worra isin dogoggorsaniitiif kana isinii barreesseera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee namoota isin sossobanii ka isiniif barreessee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo worra isin dokonkorsuutiif, ani tana isiniif barreessa.