1 John 2:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona, ijoolle! Yennaa Kiristoos mudhatu sodaa malee akka jiraannuu fi guyyaa dhufa isaa akka hin fokkifanne isaan jiraadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee, ijoolle tiyya, Kristo keesa taa, aka yo inni mullate, nu jabaanne, Guyya inni d'ufu inch'eere.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ee, ijoollee tiyya, akka guyyaa Kiristoon mullate, nu hinceeree ammoo akka sodaa malee jabaannee dhaabannu, karaa Kiristoo keessa taa'aa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee ijoolle! akka hennaa inni dhufe amantii nuu ta'u akka hennaa dhufa isaa isa afo'otti hin saalfanne isa keessa jiraadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee ijoolle, akka hennaa inni dhufe amantaa nuu ta'u akka hennaa dhufa isaa isa afo'otti hin saalfanne isa keessa jiraadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa yaa ijoollee! Yeroo inni mulidhatutti uduu hin sodaatin ugiinssaan akka isa arginuu fi guyyaa itti dhufutti'llee isa duratti akka hin saalfanneef, isaan jiraadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona, ijoolle! Yennaa Kiristoos mudhatu sodaa malee akka jiraannuu fi guyyaa dhufa isaa akka hin fokkifanne isaan jiraadha'a!