1 John 2:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka inni balchaa te'e yoo beettane, nami balchumaa huju maraa ilma Waaqaa akka te'e hin beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani aka Kristoni d'uga beetani, aka nami waan d'uga tolchu ch'ufti ijoolle Waaqa beetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan yo akka Kiristoon qajeellaa beettanii, akka namii waan qajeelaa hojjatu cuftii ijoollee Waaqaa inbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka inni qajeelaa ta'e yoo beettan, namni qajeellummaa hojjatu maruu akka isa irraa dhalate beekaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka inni qajeelaa ta'e yoo beettan, namni qajeellummaa hojjatu maruu akka isarraa dhalate beekaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni qulqullaawomaa ta'uu eega beekittan ka qulqullaawoma ka raawwatu marrinuu, Waaqa irraa ka dhalate ta'uu isaa beekaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka inni balchaa te'e yoo beettane, nami balchummaa huju maraa ilma Waaqaa akka te'e hin beettan.