1 John 2:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo ajaja isaatiif ajajanne, Waaqa beekiisa keenna hin beenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka Waaqa beennu yo seera isaa guunne beenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka Waaqaa beennu yo seera isaa guunne beenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu yoo ajaja isaa eenne akka isa beenne beenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu yoo ajaja isaa eenne, akka isa beenne beenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ajajoota Waaqaa ka raawwannu yoo taane, isaa ka beekinnu ta'uu keenna kanaanuu ni mirkaneessina.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo ajaja isaatiif ajajanne, Waaqa beekiisa keenna hin beenna.