1 John 2:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami jecha Waaqaatiif ajajamu ammoo, jaalalti inni Waaqaaf qabu guutu' u. Isaan jiraatuu keenna tanaan beenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami dubbi isaa guutu ch'ufti ya akuma d'uga qit'eese Waaqa jaalate. Maro waan kanatifi nu imbeenna aka nu Waaqa keesa jirru:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo namii dubbii isaa guutu cuftii ya akkuma dhugaa qixeessee Waaqaa jaalate. Mar. roo waan kanaatiif nu akka karaa Waaqaa keessa jirru inbeennaa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka dubbii isaa eegu maruu jaalalli Rabbii isa keessatti dhugamaan raawwatameera. Isa keessa jiraachuu keenna kanaan beenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka dubbii isaa eegu maruu jaalalli Rabbii isa keessatti dhugamaan raawwatameera. Isa keessa jiraachuu keenna kanaan beenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu dubbii Waaqaatiif ka ajajamu marrinuu jaalallitti inni Waaqaaf qabu muda maleessa, dhugaamaanuu ka isaan jiraannu ta'uun keenna'llee ka beekkamuun kanumaan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami jecha Waaqaatiif ajajamu ammoo, jaalaltiin inni Waaqaaf qabu guutu'u. Isaan jiraatuu keenna tanaan beenna.