1 John 2:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami “Waaqaan jiraadha” jedhu, akka Yesuus le'e le'uu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami, Anini Waaqa keesa jira ufiini jed'u, aka Kristoni tahe tahu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
namii, “Anin karaa Waaqaa keessa jira” ufiin jedhu, jireenna ufiitiin Kiristoo fakkaachuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka «Isa keessa jiraadha» jedhu akka inni jiraatutti haa jiraatuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka, «Isa keessa jiraadha» jedhu, akka inni jiraatutti haa jiraatuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqaan ni jiraadha naminni jedhu, Kristos akka jiraattetti jiraachuu qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami «Waaqaan jiraadha» jedhu, akka Yesuus le'e le'uu qaba.