1 John 2:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee, dukkanti dabariisatti, ifi dhugichi ifiisatti waan jiruuf, Kiristoosii fi isin biratti dhugaa ka te'e, ajaja haareya isiniif barreessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Taatule, seeri anini isani t'aafu hareesa, aka inni d'uga, isanifi Kristole keesati inargani. Wonti akanatiifi dukanti dabru jirti, ifsaani d'uga yayu ifse.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Taatuullee, seerii anin isanii barreessuu haaressa, ka akka innii dhugaa, isanii fi Kiristoollee keessatti argan. Wantii akkanaatiif dukkantii dabruutti jirti, ibseen dhugaa yaa ibsite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee ajaja haarawa isinii barreessa. Wonti kunillee isaan isin keessatti dhuga'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee ajaja haarawa isinii barreessa. Wonti kunillee isaan isin keessatti dhuga'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee jireenna Kristositii fi keessan biratti dhugaa ta'ee ka mulidhate, ajaja haarawa isiniif ni barreessa, dukkanni dhabamisiifamee ifin dhuga'aa, amma'llee ibisa'aa ni jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, dukkanti dabariisatti, ifi dhugichi ifiisatti waan jiruuf, Kiristoosii fi isin biratti dhugaa ka te'e, ajaja haareya isiniif barreessa.