1 John 2:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami, “Ani ifa keessa jira” jedhaa obboleessa ifii jibbu, ammalle dukkanuma keessa jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami, Anini ifsa keesa jira jed'e ammo oboleesa ufi jibbu ammalle dukana keesa jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii, “Anin ibsee keessa jira” jedhee ammoo obboleessa ufi jibbu ammallee dukkana keessa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dukkanti waan lufuuf ifti dhuga'aa amma ifa. «Ka ifa keessa jira» jedhu; ka ammo obboleessa ufii jibbu, inni haga ammaa dukkana keessa jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dukkanti waan lufuuf ifti dhuga'aa amma ifa. «Ka ifa keessa jira» jedhu, ka ammoo obboleessa ufii jibbu, inni haga ammaa dukkana keessa jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ifaan ni jiraadha jedha'aa obboleessa isaa ka jibbu inni amma'llee dukkanaan ni jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami, «Ani ifa keessa jira» jedhaa obboleessa ifii jibbu, ammalle dukkanuma keessa jira.