1 John 3:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ijoollee Waaqaa jedhannee akka waammannuuf, Abbaan attam guddisee akka nu jaallate ilaala'a! Maarre nuutille ijoollee isaa ti. Biyyi lafaa Waaqa waan hin beenneef, nu hin beettu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga Abbaani nuu jaalate ilaala! Jaalati isaa waan guddo, tanaafi ijoolle isaa nuuni jed'ani, nuleeni akasuma. Wonti nami lafa nu imbeenneefi waan Waaqale imbeenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga Abbaan nu jaalate mee ilaalaa! Jaalaltii isaa waan guddoo, jaalala tanaaf ijoollee isaa jedhanii, nu yaamani; dhugumaa nu ijollee isaati. Wantii namii lafaa nu hinbeenneef waan Waaqaallee hinbeenneef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee Rabbii jedhamnee akka waamamnu, Aabba jaalala guddaa attamiitiin akka nu jaalate laalaa'a; kanaaf nullee ijoollee isaati. Adunyaan isa waan hin beenneef nu hin beettu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijoollee Rabii jedhamnnee akka waamamnu, Aabba jaalala guddaa attamiitiin akka nu jaalate laalaa'a, kanaaf nullee ijoollee isaati. Adunyaan isa waan hin beenneef nu hin beettu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ijoollee Waaqaa jedhamnnee akka waamaminuuf Waaqinni Abbaan jaalala attamii akka nu'uuf kenne laalaa! Dhugamaanuu nu'u ammoo ijoollee Waaqaati, biyyi lafaa Waaqa waan hin beekiniif, nu'u hin beeku.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoollee Waaqaa jedhannee akka waammannuuf, Abbaan attam guddisee akka nu jaalate ilaala'a! Maarre nuutille ijoollee isaa ti. Biyyi lafaa Waaqa waan hin beenneef, nu hin beettu.