1 John 3:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami balchummaa hin hunyee fi nami obboleessa ifii hin jaallanne mara ka Waaqaatii moti; ijoolleen Waaqaatii fi ijoolleen Durriisaa kanaan gargar baafamanee beekkaman.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi ijoolle Waaqatiifi ijoolleeni Sheet'ana gargari gorti: nami d'uga intolchine yokhaani ka oboleesa ufi injaalanne ch'ufti ka Waaqaatiiniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif ijoolleen Waaqaatii fi ijoolleen Sheexanaa gargarii gorti; namii dhugaa hintolchine yokaan ka obbolleessa ufii hinjaalanne cuftii ka Waaqaatiiniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Rabbiitii fi ijoolleen daabiloosii kanaan gargar bayan. Namni qajeellummaa hin hunyee fi ka obboleessa ufii hin jaalanne maruu ka Rabbiitii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijoolleen Rabbiitii fi ijoolleen daabiloosii kanaan gargar bayan. Namni qajeellummaa hin hunyeef ka obboleessa ufii hin jaalanne maruu ka Rabbiitii miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ijoolleen Waaqaatii fi ijoolleen sheexanaa addaan bayanii ka beekkaman kanaan, qulqullaawoma ka hin raawwannee fi obboleessa isaa ka hin jaalanne marrinuu, Ilma Waaqaatii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami balchummaa hin hunyee fi nami obboleessa ifii hin jaalanne mara ka Waaqaatii moti; ijoolleen Waaqaatii fi ijoolleen Durriisaa kanaan gargar baafamanee beekkaman.