1 John 3:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ergaan isin jalqabaa jalqaddanee dhageettane, “Wol jaallatuu qanna” ta jettu tana.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'aamsi isani haguma duriiti d'ageetani kana: aka nu ch'ufti woljaalachu malle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhaamsii isan haguma duriitii dhageettan ka, “Nu cuftii waljaalachuu malle” jedhu kana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhaamsi duraa ta dhageettan ta wol haa jaalannu jettu tana waan taateef,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhaamsi duraa ta dhageettan ta wol haa jaalannu jettu tana waan taateef,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ergaan jalqabumaayyuu dhageettan, «Ufii keennaa wol haa jaalannuu» ka jedhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergaan isin jalqabaa jalqaddanee dhageettane, «Wol jaalatuu qanna» ta jettu tana.