1 John 3:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti obboleeyyan teenna waan jaallanuuf du'a keessaa gara jiru'uutitti akka dabarre hin beenna. Nami nama hin jaallane du'a keessatti hafa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu aka dua lakimne jireennati baane beenna; maro oboleyani teenna jaalannuufi waan kana beenna. Nami nama injaalanne duisa keesa jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu marroo obboleeyyan teenna jaallannuuf, akka du'a lakkimnee jireennaatti baane beenna; namii nama hinjaallanne ammoo du'a keessatti hafa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu worra obboleewwan keenna jaalatu waan taaneef kanaan du'aa gara jireennaa akka ceene beenna. Ka obboleessa ufii jibbu du'a keessa jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu worra obboleewwan keenna jaalatu waan taaneef kanaan du'aa gara jireennaa akka ceene beenna. Ka obboleessa ufii jibbu du'a keessa jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu obboleeyyan keenna waan jaalannuuf du'a gara jireennaa titti ce'uu keenna ni beekinna. Jaalala naminni hin qabnne gaaddisa du'aa keessa ni jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti obboleeyyan teenna waan jaalanuuf du'a keessaa gara jiru'uutitti akka dabarre hin beenna. Nami nama hin jaalane du'a keessatti hafa.