1 John 3:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami obboleessa ifii jibbu, nama nama ijjeesse; nami nama ijjeese, jiruu bara baraa akka ifi keessaa hin qanne isinuu hin beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami oboleesa ufi jibbu ya nama ijeese; isani imbeetani aka nami nama ijeesu jireenna hegeri ufi keesa inqamne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii obboleessa ufii jibbu ya nama ijjeese; akka namii nama ijjeesu jireenna barbaraa ufi keessa hinqamne isanuu inbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka obboleessa ufii jibbu maruu, namni nama ajjeesse maruu jireenni bara baraa isa keessa akka hin jirre hin beettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleessa ufii ka jibbu maruu, namni nama ajjeesse maruu jireenni bara baraa isa keessa akka hin jirre hin beettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Obboleesa isaa ka jibbu marrinuu ka lubbuu ajjeesu, lubbuu ajjeesaan'llee jireenna bara baraa akka hin qabnne ni beekitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami obboleessa ifii jibbu, nama nama ijjeese; nami nama ijjeese, jiruu bara baraa akka ifi keessaa hin qanne isinuu hin beettan.