1 John 3:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami karra qabu tokko obboleessi isaa rakkatuun dhaggaa yoo gadhaa itti jabaate, attamiin jaalalti Waaqaa isa keessa jiraatti ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami hori lafa tana qabaate ammalle oboleesa isaa ka gaargala qabu arge ammo garaa iti jabaate, inni akamiini, Waaqa jaalad'a ufiini jed'a?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii yo horii lafa tanaa qabaatee ammallee obboleeyyan isaa ka gaargala keessaa jirtu argee ammoo garaa itti jabaatee, innii akkamiin Waaqaa jaaladha ufiin jedha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo qabeenna adunyaa tanaa uduu qabu hennaa obboleessi isaa waan isa barbaachisu dhabe argee garaa hin laafneef eennullee yoo ta'e, attamitti jaalalti Rabbii isa keessa jiraatti ree?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo qabeenna adunyaa tanaa uduu qabu hennaa obboleessi isaa waan isa barbaachisu dhabe argee garaa hin laafneef eennullee yoo ta'e, attamitti jaalalti Rabbii isa keessa jiraatti ree?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni biyya lafaa kana irratti qabeenna uduu qabu rakkataa argee garaa yoo hin laafniif, «Waaqa ni jaaladha» jechu'uuf, attamitti danda'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami karra qabu tokko obboleessi isaa rakkatuun dhaggaa yoo gadhaa itti jabaate, attamiin jaalaltiin Waaqaa isa keessa jiraatti ree?