1 John 3:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti ka dhuga'aa te'uu keennaa fi fuula Waaqaa dura ifi-addi'iin dhikaatu'uuf akka dandeennu tanaan beenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara kanaani nu aka d'uga keesa jirru ufi beenna. Kara kanaani Waaqa durati garaa ufi jabeesina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Karaa kanaan nu akka dhugaa keessa jirru ufi beenna. Karaa kanaan Waaqaa duraatti garaa ufi jabeessina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu worra dhuga'aa akka taane, waan mataan keenna nutti murteessu maraa hin beenna. Isa afo'otti Rabbi waan onnee teenna caalaa guddaa ta'eef waa maraa hin beeka.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu worra dhuga'aa akka taane, waan mataan keenna nutti murteessu maraa hin beenna. Isa afo'otti Rabbi waan onnee teenna caalaa guddaa ta'eef, waa maraa hin beeka.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan'llee dhugaaleyyii ta'uu keennaa fi gara Waaqa duranaa titti sodaa malee ufitti amanamumma'aan dhiyaachu'uuf, ka dandeennu ta'uu keenna ni beekinna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ka dhuga'aa te'uu keennaa fi fuula Waaqaa dura ifi-addi'iin dhikaatu'uuf akka dandeennu tanaan beenna.