1 John 3:20 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa wodanaan keenna nutti muru maraa, Waaqi wodanaa keenna waan caaluuf, waan maraa beeka.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo heregi keenna wollaala nuti mure nu aka Waaqi herega keenna ira gudda ka ammalle waan ch'ufa beekhu imbeenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo heregii keenna wallaala nutti muree nu akka Waaqii herrega keenna irra guddaa ka ammallee waan cufa beeku inbeenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Karaa kanaan onneen teenna yoo nu gilndise'llee Waaqinni garuu ka onnee teennaa oliiti, Inni'llee waan maraa ni beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa wodanaan keenna nutti muru maraa, Waaqi wodanaa keenna waan caaluuf, waan maraa beeka.