1 John 3:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti ajaja Waaqaatiif waan ajajannuu fi waan isa gammachiisu waan hunyuuf, waan isa gaafanne maraa isa irraa hin fudhanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kad'annu ch'ufa isa ira inarganna, maro nu seera isaa guunne waan isa gammachiisa tolchinufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo seera isaa guunnee waan isa gammachiisaa tolchinuuf Nu waan kadhannu cufa isa irraa arganna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajaja isaa waan eennuuf, afoo isaatitti worra isa gammachiisu waan taaneef waan kadhannu maraa isa irraa arganna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ajaja isaa waan eennuuf, afoo isaatitti worra isa gammachisuu waan taaneef waan kadhannu maraa isaa irraa arganna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ajajoota Waaqaa ka raawwannuu fi waan isa gammachiisu'llee ka raawwannu waan taaneef, waan kadhannuu maraa isa irraa ni ariganna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ajaja Waaqaatiif waan ajajannuu fi waan isa gammachiisu waan hunyuuf, waan isa gaafanne maraa isa irraa hin fudhanna.