1 John 3:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami Waaqa irraa dhalate adabi Waaqaa isa keessa waan jiraatuuf cubbuu hin huju, hujiisaafille hin dande'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Waaqaani d'alate daba intolchu, waan jireenni Waaqa isa keesa taufi; ammalle inni dandae daba intolchu, maro inni Waaqaani d'alateefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii ijoollee Waaqaa ta'ee cuftii, waan ijoollee Waaqaa ta'eef, danda'ee cubbuu hinhojjatu, ammallee waan ijoollee Waaqaa ta'ee sanyiin Waaqaa jabeenna kennufiif, cubbuu keessa taa'u hindanda'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf hujii daabiloosii diigu'uuf Ilmi Rabbii dhufeera. Namni Rabbiin irraa dhalate maruu cubbuu hin hojjatu. Waan sanyiin Rabbii isa keessa jiruuf, waan Rabbiin irraa dhalateef cubbuu hojjachuu hin danda'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf hujii daabiloosii diigu'uuf Ilmi Rabbii dhufeera. Namni Rabbiin irraa dhalate maruu cubbuu hin hojjatu. Waan sanyiin Rabbii isa keessa jiruuf, waan Rabbiin irraa dhalateef cubbuu hojjachuu hin danda'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amalli Waaqaa isa keessa waan jiraatuu fi Waaqa irraa'llee waan dhalateef, Ilma Waaqaa ka ta'e cubbuu hin hojjatu, hojjatu'uuf'llee hin danda'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Waaqa irraa dhalate adabi Waaqaa isa keessa waan jiraatuuf cubbuu hin huju, hujiisaafille hin dande'u.