1 John 4:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalala jechuun kana: nuuti Waaqa hin jaallanne, inni ammoo nu jaallatee, Ilma ifii cubbuu teennaaf woreega guma'aa akka te'uuf erge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalalti tana: waan nu Waaqa jaalannefiiniti, ammo waan inni nu jaalate, Ilma ufi nu erge, akanaani maro huji isaatiifi daba keenna nu araaramani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu Waaqaa hinjaalanne; innii ammoo nu jaalateetti akka marroo hujii isaatiif cubbuu teenna nuu araaraman ilma ufii nuu erge. Jaalala jechuun tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalti akkana; Rabbi waan ufii nu jaalateef Ilma ufii ciincaa cubbuu keennaa akka ta'u godhe malee waan nu isa jaalanneefii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jaalalti akkana, Rabbi waan ufii nu jaalateef, Ilma ufii ciincaa cubbuu keennaa akka ta'u godhe malee waan nu isa jaalanneefii miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jaalala jechuun akkana, nu'u waan Waaqa jaalanneef uduu hin ta'in, inni waan nu jaalatee fi cubbuun keenna'llee akka nuuf dhabamisiifamuuf, Ilma isaa waan nuuf ergeef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalala jechuun kana: nuuti Waaqa hin jaalanne, inni ammoo nu jaalatee, Ilma ifii cubbuu teennaaf woreega guma'aa akka te'uuf erge.