1 John 4:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalota tiyya! Waaqi akkana yoo nu jaallate, nuutille wol jaallatuu qanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaallani tiyya, yo Waaqi hagana nu jaalate, nuleeni woli jaalachu malle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaallan tiyya, yo Waaqii hagana nu jaalate, nulleen walii jaalachuu malle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Goshoota tiyya! yoo Rabbi akkanatti nu jaalate, nullee akkasuma wol haa jaalannuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Goshoota tiyya, yoo Rabbi akkanatti nu jaalate, nullee akkasuma wol haa jaalannuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa waaheloota! Waaqinni haga kana eega nu jaalate, nu'llee ufii keennaa wol jaalachu'utu nu irraa mala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalota tiyya! Waaqi akkana yoo nu jaalate, nuutille wol jaalatuu qanna.