1 John 4:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni Ayyaana ifii irraa waan nu'uuf kenneef, nuuti isa keessa, innille nu keessa akka jiraatu hin beenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara kanaani aka d'uguma Waaqa keesa jirru ammalle aka Waaqi nu keesa jiru beenna: inni ya Lubbu ufi nuu kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Karaa kanaan akka dhuguma Waaqaa keessa jiru ammallee akka Waaqii nu keessa jiru beenna; innii ya hafuura ufii nuu kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaana ufii irraa waan nuu kenneef, nu akka isa keessa jiraannuuf innillee akka nu keessa jiraatu kanaan beenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaana ufii irraa waan nuu kenneef, nu akka isa keessa jiraannuuf innillee akka nu keessa jiraatu kanaan beenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Hafuura isaa waan nuuf kenneef isaan akka jiraannuu fi inni'llee nu keessa akka jiraatu, ni beekinna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Ayyaana ifii irraa waan nu'uuf kenneef, nuuti isa keessa, innille nu keessa akka jiraatu hin beenna.