1 John 4:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaan Ilma ifii Fayyisaa biyya lafaa godhee akka erge nuuti dhaggineerra, dhugaalle hin baana.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle nu ya garre ammalle biyyati odeesina aka Abbaani Ilma ufi erge, aka Qarqaarsa lafaa tahu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee nu ya garre akka Abbaan ilma ufii akka in baafama lafaa ta'uu ergee, biyyaalletti inodeessina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan Ilma ufii fayyisaa adunyaa tanaa akka ta'u godhee akka erge dhageenneerra; hin rannalle'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaan Ilma ufii fayyisaa adunyaa tanaa akka ta'u godhee akka erge dhageenneerra, hin rannalle'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Abbaan Faayyisaa biyya lafaa taasisee Ilma akka ergeen arginee jirra, ragaa ni baanalle'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan Ilma ifii Fayyisaa biyya lafaa godhee akka erge nuuti dhaggineerra, dhugaalle hin baana.