1 John 4:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus Ilma Waaqaa akka te'e nami dhugeessu maraa, Waaqi isa keessa, innille Waaqa keessa hin jiraata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami, Yesoni Ilma Waaqa jed'u ch'ufa Waaqi isa keesa taa, innileeni Waaqa keesa taa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama, Yesus Ilma Waaqaa jedhu cufa Waaqii isa keessa taa, inniilleen Waaqaa keessa taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus Ilma Rabbii akka ta'e ka amanee ragaa bayu maruu, Rabbi isa keessa jiraata. Innillee Rabbiin keessa jiraata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus Ilma Rabbii akka ta'e, ka amanee ragaa bayu maruu, Rabbi isa keessa jiraata. Innillee Rabbiin keessa jiraata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus Ilma Waaqaa akka ta'e nama amanu keessa Waaqinni ni jiraata, inni'llee Waaqa keessa ni jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus Ilma Waaqaa akka te'e nami dhugeessu maraa, Waaqi isa keessa, innille Waaqa keessa hin jiraata.