1 John 4:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Biyya lafaa tana irratti akkuma Kiristoos le'e waan leeneef guyyaa mura'aa ifi-addii hin qabaanna; akka kanaan jaalalti Waaqaa nu keessatti guutanteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi jaalalti nuu qit'oofti, aka nu Guyya Qorsuma woma insodaanne, maro jireenni keenna lafa tana keesa aka ka Kristo jiruufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif jaalaltii nuu qixoofti, akka nu Guyyaa murtii homaa hinsodaanne, marroo jireennii keenna lafa tana keessatti akka ka Kiristoo jiruuf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa murti'ii akka ugginuuf jaalalti isaa nu keessa guutteerti. Akkuma inni adunyaa keessa jiraate nullee akkasuma adunyaa keessa jirra.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa murti'ii akka ugginuuf jaalalti isaa nu keessa guutteerti. Akkuma inni adunyaa keessa jiraate nullee akkasuma adunyaa keessa jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Biyya lafaa kana keessa nu'u ka jiraannu, akkuma Kristos jiraatu akkuma ta'uu isaa titti, jaalalli keenna muda maleessa yoo ta'e guyyaa murti'ii titti sodaa malee isa duranatti dhiyaachu'uuf, ufitti amanamummaa guutuu ni qabaanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya lafaa tana irratti akkuma Kiristoos le'e waan leeneef guyyaa mura'aa ifi-addii hin qabaanna; akka kanaan jaalaltiin Waaqaa nu keessatti guutanteerti.