1 John 4:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan Waaqi dursee nu jaallateef nuutille hin jaallanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti nu jaalannuufi, Waaqati qara nu jaalate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii nu jaalannuuf, Waaqaatti qaraa nu jaalate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan duraan dursee nu jaalateef nullee isa jaalanna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni waan duraan dursee nu jaalateef, nullee isa jaalanna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni durssee waan nu jaalateef, nu'llee ni jaalanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan Waaqi dursee nu jaalateef nuutille hin jaalanna.