1 John 4:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Eennulle “Ani Waaqa hin jaalladha” jedhaa, obboleessa ifii ammoo yoo jibbe, inni dharaamessa; obboleessa ifii ka ilaan dhaggu ka hin jaallanne, Waaqa ilaan hin dhaggine jaallatuu hin dande'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami, Anini Waaqa jaalad'a ufiini jed'e, ammo oboleesa ufi jibbe, inni kiyyiba. Inni dandae Waaqa ka ilaani ingarre injaalatu, eegi oboleesa ufi ka ilaani argu injaalanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii yo, “Anin Waaqaa jaaladha ufiin” jedhee, ammoo obboleessa ufii jibbee kiyyiba. Innii danda'ee Waaqaa ka ilaan hingarre hinjaalatu, eegii obboleessa ufi ka ilaan arguu hinjaalanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee, «Rabbiin hin jaaladha» jedha'aa obboleessa ufii yoo ka jibbu ta'e inni hin soba, obboleessa ufii ka ijaan arga'aaru ka hin jaalanne Rabbii ijaan hin argine attamitti jaalachuu danda'a?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee, «Rabbiin hin jaaladha» jedha'aa obboleessa ufii yoo ka jibbu ta'e, inni hin soba, obboleessa ufii ka ijaan arga'aaru kan hin jaalanne; Rabbii ijaan hin argine attamitti jaalachoo danda'a?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa ni jaaladha jedha'aa obboleesa isaa ka jibbu ka sobaa, obboleessa isaa ka argu ka hin jaalanne, Waaqa hin argine jaalachu'uuf hin dandda'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle «Ani Waaqa hin jaaladha» jedhaa, obboleessa ifii ammoo yoo jibbe, inni dharaamessa; obboleessa ifii ka ilaan dhaggu ka hin jaalanne, Waaqa ilaan hin dhaggine jaalatuu hin dande'u.