1 John 4:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami Waaqa jaallatu, obboleessa ifiille jaallatuu qaba, ajaja jedhu Kiristoos nu'uuf kenneera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi seeri Kristoni nuu kenne kana: nami Waaqa jaalatu oboleoleesa ufile jaalachu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf seerii Kiristoon nuu kenne kana; namii Waaqaa jaalatu obboleeyyan ufiillee jaalachuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka Rabbiin jaalatu, obboleessa ufii akka jaalatu seera akkanaa Rabbitu nuu kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka Rabbiin jaalatu, obboleessa ufii akka jaalatu seera akkanaa Rabbiitu nuu kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf ajajinni Kristos nuuf kenne, Waaqa ka jaalatu obboleessa isaa'llee, haa jaalatu ka jedhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Waaqa jaalatu, obboleessa ifiille jaalatuu qaba, ajaja jedhu Kiristoos nu'uuf kenneera.