1 John 4:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Raagoti dharaameyyiin ka biyya lafaa waan te'aneef, waan biyya lafaa dubbatan, biyyi lafaalle isaan dhageetti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri worra lafaati, waan lafa dubbata; maro tanaafi lafti worra ch'aqafti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii warra lafaati, waan lafaa dubbata; marroo tanaaf lafti warra caqafti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ka adunyaa kanaati. Kanaafuu wonti isaan dubbatanillee woma adunyaa tanaati. Adunyaanillee isaanii dhageetti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan ka adunyaa kanaati. Kanaafuu wonti isaan dubbatanillee woma adunyaa tanaati. Adunyaanillee isaanii dhageetti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nabiyyoonni dharaa ka biyya lafaati, wonitti dubbatan'llee waan biyya lafaati. Biyyi lafaa'llee isaan ni dhagaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagoti dharaameyyiin ka biyya lafaa waan te'aneef, waan biyya lafaa dubbatan, biyyi lafaalle isaan dhageetti.