1 John 4:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalota tiyya! Jaalalti Waaqa irraa waan teeteef, kowa'a wol jallannaa! Nami jaallatu maraa ilma Waaqaa ti, Waaqalle hin beeka.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalaani tiyya, woljaalanna, waan jaalalti gara Waaqati d'uftuufi. Nami jaalala qabu ch'ufti ijoolle Waaqaati, Waaqale imbeekha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaallaan tiyya, waan jaalaltii gara Waaqaatii dhuftuuf waljaalannaa. Namii jaalala qabu cuftii ijoollee Waaqaati, Waaqaallee inbeeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Goshoota tiyya! jaalalli Rabbiin biraa waan ta'eef, ka nama jaalatu maruu Rabbiin irraa waan dhalateef, Rabbiinillee waan beekuuf wol haa jaalannuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Goshoota tiyya, jaalali Rabbiin biraa waan ta'eef, ka nama jaalatu maruu Rabbiin irraa waan dhalateef, Rabbiinillee waan beekuuf wol haa jaalanuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa waahela kiyya! Jaalalli Waaqa biraa waan ta'eef ufii keenna wol haa jaalannuu, ka jaalatu marrinuu Ilma Waaqaati, Waaqa'llee ni beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalota tiyya! Jaalaltiin Waaqa irraa waan teeteef, kowa'a wol jaalannaa! Nami jaalatu maraa ilma Waaqaa ti, Waaqalle hin beeka.