1 John 4:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi jaalala waan te'eef nami hin jaallanne maraa, Waaqa hin beeku.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami jaalala inqamne Waaqa imbeekhu, waan Waaqi jaalalatiifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan Waaqii jaalalatiif, namii jaalala hinqamne Waaqaa hinbeeku.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka jaalala hin qabne, Rabbiin hin beeku; Rabbi waan jaalala ta'eef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka jaalala hin qabne, Rabbiin hin beeku; Rabbi waan jaalala ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni jaalala waan ta'eef ka nama hin jaalanne marrinuu, Waaqa hin beeku.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi jaalala waan te'eef nami hin jaalanne maraa, Waaqa hin beeku.